JIREENYAA CABE IJAARUU

Size: px
Start display at page:

Download "JIREENYAA CABE IJAARUU"

Transcription

1 OROMO JIREENYAA CABE IJAARUU foundationhouse.org.au

2 WAA EE KEENYA MUL ATI KEENYA Ummatoota duubbee baqatummaa qaban, kan dararamni fi haalli badaan isaan mudataa ture fayummaa, nagoomaa fi mirga namoomaa isaanii guddisuu dha. Victorian Foundation for Survivors of Torture Inc (akkasumas Foundations House jedhamuun kan beekamu) ummata baqattoota Victoria keessa jiraatan kan biyya isaanii keessatti yookaan osoo baqataa jiranii dararmni irra geessifamee muuxannoo sana irraa kan ka e rifaatuu keessa jiran tajaajila. Foundation House bara 1987 keessa dhaabame Innis dhaaba bu aaf hin dhaabbatin, kan maallaqa mootummaa Victoria fi Commonwealth, dhaabbilee baalchomaa (charity) fi kennaa namoota dhuunfaa irraa argatuun hojjata. Bakki waajjirri Foundation House itti argamu: // Brunswick // Dandenong // Sunshine // Ringwood Foundation House dhaabbilee kaan waliin wal tahuudhaan Victoria guutuu keessatti baadiyaa fi giddu-galeessa baadiyaa, warreen akka Geelong, Shepparton, Swan Hill, Mildura, Ballarat, Bendigo, fi Latrobe Valley keessattis tajaajila ni kenna. Caalaatti dhimma waajjira Foundation House kana marsaa (website) : irra bal inaan argama FOUNDATION HOUSE AKKAMIIN HOJJATA? Tajaajjilli keenya: // Tola Yoo afaan deebistoota ni barbaadda tahe ogeessota arguus dabalee // Hiccitii Akkuma afaan deebistootni itti haajamnu taasisan nutis odeeffatnoo kee dhoksaatti eegna. // Fedhinnaa Sababa kamiinuu yeroo barbaaddetti beedee (client) keenya tahuu dhaabuu dandeessa // Gargaaraa - Mirga kee ni tumsina // Barsiisuma - Muuxannoo baqattootaa hawaasa ni barsiisna

3 Gara Australia osoo hin dhufin dura gocha rifaasisaa si irra gahe ni qabdaa? Yoo jiraateef muuxannoo rakkoo yeroo Sanaa irraa irraa kan ka e gara Foundation House dhufuu si barbaachisa taha. Gochaa rifaasisaa kan biraa yookaan muuxannoo dararamaa kee yeroo dabree irraa rakkoo qabaachuun waanuma jiruu dha. Tarii ofii keetiif hubatte taha: // Irriba dhabuu // Yaadaa fi yaadannoo sammuutti si dhufanii si yaaddeessan // Yeroo hedduu rirrifatuu // Namoota kaan irraa of fageessuu // Fedhii nyaataa dhabuu // Fedhiin waa hojjachuu xiqqaachuu // Namoota kaan amanuu dhabuun itti dhagahamuu // Rakkoo waa yaaduuu fi hubachuu qabaachuu // Muuxannoo keen wal qabatee maatii kee keessatti rakkoo qabaachuu // Rakkoo waa barachuu fi yaadachuu Tarii ijoollee keefis ni yaadofta yoo isaan: // Rakkoo kan kee fakkaatu akka olitti ibsame qabaatan // Nama irraa baqatan, guddaa bibir atan yookaan cagginaawan (aggressive) // Muuxannoo badaa mul isan // Yeroo si irraa adda bahan baay ee gommu Tajaajila wal-hidhata qabu kan haala dabre irraa rifaatuu sitti horee jiru irraa si dandamachiisu bifa hedduutiin siif kennama. Kunis kan inni dabalu: // Dhiphina nam-tokkee fi maatii gorsuu // Dubbachuufii // Wal aansa gahaa tahe, fakkeenyaaf qoricha aadaa, dhidhiibbaa fi wal aansa uumamaa (natural) akka argatan gochuu // Tajaajiltoota sammuu beekumsa addaa qabanitti erguu // Sagantaa gartuu keessatti hirmaatuu // Tajaajila kan biraatti qajeelchuu TAJAAJILA FOUNDATION HOUSE AKKAMIIN ARGACHUU DANDA A? // bilbili yookaan waajiroota keenya tokkoo isaa kottu // Hayyama keetiin ogeessotni fayyaa, barsiisaan maatii kee keessaa yookaan hiriyaan kee si bakka bu ee nu qunnamuu danda a // Odeeffatnoo waajjira keenyaa akkamii akka argatu beekuuf ilaali // Qeebaltuun maqaa fi bilbila kee fudhattee tarii afaan-deebistuu ni barbaadda yoo taheef si gaafatti // Hojjataan Foundation House guyyoota hujii 2 keessatti siif bilbila. // Akki itti nu qunnamtu, bakka itti nu argattu fi odeeffatnoon geejjibaa dugda waraq-baallee kana irratti argama. Hubachiisa: Waraqaan kun afaanota hawaasaa kaaniins org.au/services/clients yookaan bilbila ni argama TAJAAJILA AFAAN-DEEBISTUU BILBILAAN

4 WAAJJIRA BRUNSWICK 4 GARDINER STREET, BRUNSWICK, VIC 3056, AUSTRALIA BAABURA (TRAIN) Baabura (train) UPFIELD QABADHUU buufata Brunswick tti irraa bu i. Gara Victoria Street itti bita gorii karaa sadaffaa irratti bitaa maqii Gardiner Street qabadhu TRAAMA (TRAM) Traama LAKKOOFSA 19 (Coburg) fudhu. Handaara Sydney Road fi Victoria Street, dhaabbii lakkoofsa 23 irratti bu i. Karaa afraffaa irratti bitaa maqii Gardiner Street qabadhu. BAASA (BUS) XURREE 506 Moonee Ponds Westgarth Railway Station. Dawson Street irratti bu i. Xurree 508 Moonee Ponds Alphington. Victoria Street irratti bu i. Xurree 509 West Brunswick Sydey Road. Hope Street irratti bu i. Melways 29 F7 caqasi. 4 GARDINER STREET B (03) F (03)

5 WAAJJIRA DANDENONG 155 FOSTER STREET, DANDENONG, VIC 3175, AUSTRALIA BAABURA (TRAIN) Baabura TOORA PAKENHAM deemu qabadhu. Buufata Dandenong irratti bu ii mirga gori. Foster Street irra Lonsdale Street qaxxaamurii gama bitaa irraan fuullee St. Mary Parish Centre lakkoofsa karaa 155 irra jira. TRAAMA (TRAM) Baasiin Dandenong hundi buufata Dandenong dhaabbatu. Buufata Dandenong keessaa baatee gara mirgaa gorta. Foster Street irra Lonsdale Street qaxxaamurii gama bitaa irraan fuullee St. Mary Parish Centre lakkoofsa karaa 155 irra jira. BAASA (BUS) Melway fuula 91A F7 caqasi. Longhorne fi MacCrae Street gidduu Foster Street (155) irratti argama. Bakki konkolaataa dhaabbatan (yeroo ammaa sa aa 1 $1.00, guyyaa guutuu $8.30) boroo waajjirichaa jira. Dandenong Plaza gubba isaa irras ni jira. Guyyaa guutuu $4.00 kan dhaabdus jira. Hubadhu Foundation House gatii konkolaataa ittiin dhaabbatuuf jijjiirraa maallaqaa hin kennu FOSTER STREET B (03) F (03)

6 WAAJJIRA SUNSHINE 161 HARVESTER ROAD, SUNSHINE, VIC 3020, AUSTRALIA BAABURA (TRAIN) BAASA (BUS) Toora baaburaa SUNBURY QABADHUU buufata baaburaa Sunshine irratti bu i. Gara Hampshire Road mirga gorii gara Devonshire Road bitaa gori; achi irraa Harvester Road ammas mirga gori. (Tilmaamaan shifii (minute) deemsisa). Xurree 220 (Sunshine City Gardenvale). Handaara Harvester Roada fi Foundry Road irratti bu i. Gara Harvester Road bitaa gorii tilmaamaan shifii (minutes) 5-10 deemi. Melways 26 G11 caqasi Xurreen lakkofsa baasaa Sunshine Railway Station dhaabbatan 219, 400, 410, 451, 454, 456 fi HARVESTER ROAD B (03)

7 WAAJJIRA RINGWOOD SUITE 5, RINGWOOD STREET, RINGWOOD, VIC 3134, AUSTRALIA BAABURA (TRAIN) BAASA (BUS) Baabura toora LILYDALE QABADHUU buufata Ringwood irratti bu i. Maroondah HWY irra gama bitaa irra deemii Ringwood Street irratti bitaa maqi. Hamma bitaa kee irratti manicha agartutti deemi. Foundation House ulaa gara dhumaa irratti agarta. Buufatni baasaa guddaan buufata baaburaa Ringwood bira jira. Baasii hedduun achi irraa ka u yookaan achitti dhaabbatu. Kan achi irraa ka an lakkoofsi 270 fi 271 Box Hill; 364 Warrandyte; 366 fi 367 Croydon, 670 University Swinburne, 679 Chirnside Park; 901 Frankston fi Melbourne Airport deeman. WARRANDYTE RD LOUGHNAN RD RONGWOOD BYPASS CREEK ST NELSON ST RINGWOOD STREET M3 NEW ST BOURKE ST BOND ST RINGWOOD ST EASTLAND SHOPPING CENTRE CHARTER ST SEYMOUR ST MARRONDAH HWY RINGWOOD STATION M3 ALBERT ST B (03) / (03) F (03)

Melbourne Metro One Business Case Draft public transport patronage forecasts

Melbourne Metro One Business Case Draft public transport patronage forecasts Melbourne Metro One Business Case Draft public transport patronage forecasts Date: December 2010 Version 2.2 Page 1 of 42 Table of Contents 1 Introduction... 2 2 Public transport demand and forecasting...

More information

Does Melbourne need another central city rail tunnel?

Does Melbourne need another central city rail tunnel? Does Melbourne need another central city rail tunnel? A report by Dr. Paul Mees Environment & Planning Program School of Global Studies, Social Science & Planning RMIT University Melbourne July 2008 Cover:

More information

Financial support for grandparents and other relative carers

Financial support for grandparents and other relative carers Financial support for grandparents and other relative carers Financial support for grandparents and other relative carers EDITION 2 Acknowledgements A number of people contributed to the development of

More information

Time Out magazine can be picked up for free outside tube and rail stations on Tuesday mornings in London zones one and two.

Time Out magazine can be picked up for free outside tube and rail stations on Tuesday mornings in London zones one and two. Time Out magazine can be picked up for free outside tube and rail stations on Tuesday mornings in London zones one and two. You can also subscribe to the magazine, here. And throughout the week, Time Out

More information

Time Will Tell. Showcasing stories of good philanthropy

Time Will Tell. Showcasing stories of good philanthropy Time Will Tell Showcasing stories of good philanthropy time will tell Helen Macpherson Smith Trust Level 43 80 Collins Street Melbourne Victoria 3000 www.hmstrust.org.au Publisher: HMS Nominees Ltd ISBN

More information

ThAT have AccepTed AccelerATed christian education graduates The FuTure Is BrIghT For AccelerATed christian education AlumnI

ThAT have AccepTed AccelerATed christian education graduates The FuTure Is BrIghT For AccelerATed christian education AlumnI That Have Accepted Accelerated Christian Education Graduates The Future Is Bright For Accelerated Christian Education Alumni This booklet contains a list of colleges and universities submitted to us by

More information

PROVIDER ID LOCATION ID ADDRESS CITY STATE ZIP COUNTY SERVICE CATEGORY TXIX/TXXI/NTXIX BALL, STEVEN AND

PROVIDER ID LOCATION ID ADDRESS CITY STATE ZIP COUNTY SERVICE CATEGORY TXIX/TXXI/NTXIX BALL, STEVEN AND RBHA LOCATI ON RBHA SERVED 27 26 A5 27 26 A5 27 26 A5 27 26 A5 PROVID ER TYPE PROVIDER NAME PROVIDER ID LOCATION ID ADDRESS CITY STATE ZIP COUNTY SERVICE CATEGORY BALL, STEVEN 3022 W. Williams SRA 709826

More information

Transport Policy at the Crossroads: Travel to work in Australian capital cities 1976-2011

Transport Policy at the Crossroads: Travel to work in Australian capital cities 1976-2011 Transport Policy at the Crossroads: Travel to work in Australian capital cities 1976-2011 Paul Mees & Lucy Groenhart December 2012 Author contact details: Dr. Paul Mees Environment & Planning, School of

More information

THE AUSTRALIAN RENEWABLE ENERGY RACE: WHICH STATES ARE WINNING OR LOSING?

THE AUSTRALIAN RENEWABLE ENERGY RACE: WHICH STATES ARE WINNING OR LOSING? THE AUSTRALIAN RENEWABLE ENERGY RACE: WHICH STATES ARE WINNING OR LOSING? The Climate Council is an independent, crowd-funded organisation providing quality information on climate change to the Australian

More information

LEARNING FROM EACH OTHER

LEARNING FROM EACH OTHER Launching Conference for Centre for sychological Therapies in rimary Care and Journal of sychological Therapies in rimary Care LEARNING FROM EACH OTHER The Future of sychological Therapies in rimary Care

More information

NZ - NORTH ISLAND TIMETABLE

NZ - NORTH ISLAND TIMETABLE NZ - NORTH ISLAND TIMETABLE AUCKLAND TO PAIHIA The Oakleys shop on Queen Street Pick-up point for Nomads, Queen Street Backpackers and Fat Camel Kiwi Experience Office, 85 Beach Road Other pick-up points

More information

Know Your River. Yarra River

Know Your River. Yarra River Know Your River Yarra River Yarra Valley Contents 2 / 3 Foreword 4 Discover your Yarra river 8 upper yarra river map 10 lower yarra river map 12 yarra river in History 14 Flood Management 16 Stormwater

More information

Making Social Housing Work. Better homes for low-income Victorians

Making Social Housing Work. Better homes for low-income Victorians Making Social Housing Work Better homes for low-income Victorians March 2014 foreword Victoria s social housing system is failing low income Victorians unable to find a secure home in the private housing

More information

Old System Information and Search Guide. March 2013 ISSN 2200-9698

Old System Information and Search Guide. March 2013 ISSN 2200-9698 Old System Information and Search Guide March 2013 ISSN 2200-9698 Old System Information and Search Guide Date of Publication March 2013 Copyright March 2013 ISSN 2200-9698 Copyright in this document is

More information

NEWSLETTER Issue 1, 2011

NEWSLETTER Issue 1, 2011 EACH SOCIAL AND COMMUNITY HEALTH 46 WARRANDYTE RD BUILDING C2. RINGWOOD 3134 PHONE 9871 1800 Health Promoting School Inside this issue: Wonderful Walking at Tinternvale Primary School 1 2 4 5 Wonderful

More information

How To Understand And Understand The Character Of Thame

How To Understand And Understand The Character Of Thame Evidence Base Summary Thame Town Council November 2012 Contents INTRODUCTION 1 SECTION 1: ABOUT THAME Thame and its location 4 Living 4 Working and shopping 5 Getting around 6 Leisure and wellbeing 10

More information

Irrigation and Commercial Farm Dams. Licence to Water. Your dam. your responsibility. A guide to managing the safety of farm dams

Irrigation and Commercial Farm Dams. Licence to Water. Your dam. your responsibility. A guide to managing the safety of farm dams Irrigation and Commercial Farm Dams Licence to Water Your dam your responsibility A guide to managing the safety of farm dams Irrigation and Commercial Farm Dams Licence to Water Your dam your responsibility

More information

FOREWORD. William A. Weseman, Director Office of Engineering

FOREWORD. William A. Weseman, Director Office of Engineering FOREWORD The Recording and Coding Guide for the Structure Inventory and Appraisal of the Nation's Bridges (Guide) has been revised several times in the past. This latest edition revises the Guide to convert

More information

Psychological First Aid. An Australian guide to supporting people affected by disaster

Psychological First Aid. An Australian guide to supporting people affected by disaster Psychological First Aid An Australian guide to supporting people affected by disaster Psychological First Aid An Australian guide to supporting people affected by disaster Contents Foreword 2 Understanding

More information

Winner. PIA Awards for. Planning Excellence. Healthy by Design: a planners guide to environments for active living

Winner. PIA Awards for. Planning Excellence. Healthy by Design: a planners guide to environments for active living Winner PIA Awards for Planning Excellence Healthy by Design: a planners guide to environments for active living Winner of the Planning for Health and Wellbeing Award and the President s Award presented

More information

Health and Public Services Committee. An urgent need The state of London s public toilets March 2006

Health and Public Services Committee. An urgent need The state of London s public toilets March 2006 Health and Public Services Committee An urgent need The state of London s public toilets March 2006 Health and Public Services Committee An urgent need The state of London s public toilets March 2006

More information

Bylaw No. 9900. Disclaimer:

Bylaw No. 9900. Disclaimer: Bylaw No. 9900 Disclaimer: This information has been provided solely for research convenience. Official bylaws are available from the Office of the City Clerk and must be consulted for purposes of interpretation

More information

Solid work you mob are doing

Solid work you mob are doing Solid work you mob are doing Case Studies in Indigenous Dispute Resolution & Conflict Management in Australia Report to the National Alternative Dispute Resolution Advisory Council by the Federal Court

More information

The Northern Powerhouse: One Agenda, One Economy, One North. A report on the Northern Transport Strategy

The Northern Powerhouse: One Agenda, One Economy, One North. A report on the Northern Transport Strategy The Northern Powerhouse: One Agenda, One Economy, One North A report on the Northern Transport Strategy March 2015 Front cover image: Alasdair Rae, Sheffield University The Department for Transport has

More information

WHY DO WE NEED A GOOD PUBLIC TRANSPORT SYSTEM?

WHY DO WE NEED A GOOD PUBLIC TRANSPORT SYSTEM? SECTION A WHY DO WE NEED A GOOD PUBLIC TRANSPORT SYSTEM? By Peter Newman Curtin University Sustainability Policy (CUSP) Institute Western Australia Rapid transit is being built and used for the following

More information

EMPLOYERS IF YOU TAKE ACTION AGAINST A REGISTERED TEACHER

EMPLOYERS IF YOU TAKE ACTION AGAINST A REGISTERED TEACHER EMPLOYERS IF YOU TAKE ACTION AGAINST A REGISTERED TEACHER Action against a registered teacher The Education and Training Reform Act 2006 gives the Victorian Institute of Teaching (the Institute) the power

More information

123456 A Six-Step Guide to Expunging Criminal Records in New Jersey

123456 A Six-Step Guide to Expunging Criminal Records in New Jersey Clearing Your Record 2012 Legal Services of New Jersey Legal Services of New Jersey makes this publication available for use by people who cannot afford legal advice or representation. It may not be sold

More information

So you have a 'Mental Illness'... What Now?

So you have a 'Mental Illness'... What Now? ourconsumerplace.com.au So you have a 'Mental Illness'... What Now? Our Consumer Place Resource Centre - Booklet One Oh My, four in five don t have a mental illness?? All those poor sane people... So You

More information

Creative solutions for acoustical problems in every environment

Creative solutions for acoustical problems in every environment Creative solutions for acoustical problems in every environment We ensure that our products and services are equal to or better than the world standard Interdesign head office Jakarta, Indonesia. SonexAsia

More information

Getting there: How sustainable transport can support new development. www.bettertransport.org.uk

Getting there: How sustainable transport can support new development. www.bettertransport.org.uk Getting there: How sustainable transport can support new development www.bettertransport.org.uk Getting there: How sustainable transport can support new development 1 Introduction 03 2 Policy and tools

More information